Search a title or topic

Over 20 million podcasts, powered by 

Player FM logo
Artwork

Content provided by CHALA ABATE. All podcast content including episodes, graphics, and podcast descriptions are uploaded and provided directly by CHALA ABATE or their podcast platform partner. If you believe someone is using your copyrighted work without your permission, you can follow the process outlined here https://podcastplayer.com/legal.
Player FM - Podcast App
Go offline with the Player FM app!

Dhalattoonni Karrayyuu maal jedhan? Ituu fi Karrayyuu rakkoo hamtuu keessa jira.

1:32:38
 
Share
 
Manage episode 468235353 series 2805990
Content provided by CHALA ABATE. All podcast content including episodes, graphics, and podcast descriptions are uploaded and provided directly by CHALA ABATE or their podcast platform partner. If you believe someone is using your copyrighted work without your permission, you can follow the process outlined here https://podcastplayer.com/legal.

[email protected]

''Karrayyuun Birmannaa obbolaa isaa Oromootaa Barbaada.
Uummanni keenya kan Karrayyuu yeroo ammaa rakkoo garaagaraa keessatti dararamaa jira.
Rakkoo nageenyaa, rakkoo Daangaa , rakkoo hongeefi kirkirri lafaa itti walfuree gammoojii san keessatti hadhaa addaa dhamdhamaa jira. Bara duri haga tokko dhaabbata #seft_net jedhamu irraa gargaarsa namoomaa argataa turullee sunis yeroo ammaa irraa dhaabbatee jira. Namni naasuu namoofi oromummaa qabdan,
Hawaassni Oromoo bal'aan Obbolaa keenya #karrayyuu ona Fantaallee keessa jiraatan Gargaarsa midhaan nyaataan dhaqqabdanii akka lubbuu baraartan maqaa waaqaaf Hawaasaa ulfaa karrayyuu har'a rakkoon itti jirtuutin isinan gaafanna'' jedhu dhalattoonni Karrayyu iddoo addaa jiran.
Haala kanaa fi kanneen kanatti hidhata qaban, rakkoo hundee fi ammee uummanni keenya Karrayyuu keessa jiru irratti torban kana Chaanalii Booranaa Bareentuu Cbb qophiin #Egeree-Oromiyaa keessummoota lama Awurooppaa fi Kaaba Ameerikaa irraa siniif dhiyeessina.
Keessummonni Keenya Obbo Rukessa Boru Hambecha biyya Norway irraa fi akkasumas Obbo #Gadaa Hawaas biyya Kanaadaa irraa Dilbita dhufu- 23-02-2025 sa'aatii 19:00 akka Giddugaleessa Awurooppatti qabannee dhiyaanna nu hordofaa.
Kanneen uummata keenya gumaachitan karaa armaan gadiin gargaaruu dandeessu.
Miidiyaa Dhaddacha Oromoo
Shanee News Network-SNN
Chaanalii Booranaa Bareentuu Cbb
https://gofund.me/17623ec9

https://www.youtube.com/live/TB1f2hTIar0?si=sbey6nVME-MjH6fq

Support the show

  continue reading

213 episodes

Artwork
iconShare
 
Alle episoder

×
 
Loading …

Welcome to Player FM!

Player FM is scanning the web for high-quality podcasts for you to enjoy right now. It's the best podcast app and works on Android, iPhone, and the web. Signup to sync subscriptions across devices.

Listen to this show while you explore
Play