About Egeree Oromiyaa β EOs Podcast Exploring Identity, Culture, and the Voices of a Displaced Generation Egeree Oromiyaa β EOs Podcast, founded in 2020, is a storytelling platform where we explore culture, identity, politics, literature, and the shared experiences of the past and present. We focus especially on the lives of first-generation refugees, particularly Oromo youth in Sweden and other Western countries. Through personal stories and thoughtful dialogue, we aim to give voice to the ...
…
continue reading
Exiled Poet Podcasts

1
Marii Hayyoota Oromoo prof. Asafaa Jaalataa fi Prof. Moosisaa Aagaa waliin Dr. Baaroo Qannoo taasise
1:35:55
1:35:55
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:35:55[email protected] Marii kana keessatti wal dhibdee Oromoo fi Xoophiyaa, Amalootaa sirba Habashaa fi Oromoo akkasumas haala amma keessa jirruun egeree Oromoo akkamiin Akka sirreessuu n dandaβamu irratti hayyoonni kuni marii godhan. Hordofaa Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading

1
Walaloo Caalaa Hayiluu : Gaafasii fi Gaafana
3:23
3:23
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
3:23[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading

1
Qabsoo Bilisummaa Oromootti Maaltu gufuu taβaa Ture/ ammas itti jira? Marii Dr. Dassuu Nagarii Guyyoo waliin goone caqasaa
44:59
44:59
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
44:59[email protected] Seensaf: kitaaba Sacred Knowledge Traditions of the Oromo of the Horn of Africa: Dr. Gammachuu Magarsaa kufaatii Mootii H/ Sillaasee booda Sayyootti akka hojjataa di daarikteera dhimma lafaa ( LAND TO TILLER) raawwachiisstti ramadamee yeroo deeme waliin dubbii akaaka isaanii Ruda Kuraa, Akaakayyuu Gammachuu Magarsaa waliin taasiβ¦
…
continue reading

1
Hayyoota fi Rogeeyyii Oromoo vs Kaayyoo QBO
2:14:14
2:14:14
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
2:14:14[email protected] CBB:Adoolessa 17/2025: Hayyoota fi Rogeeyyii Oromoo vs Kaayyoo QBO jedhu irratti maatii CBB kan ta'an Dr.Dagafaa Abdiisaa,J/Ayyaanaa Goobanaa fi Dr.Baaroo Qannoo waliin marii goone caqasaa. Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading

1
Waayee Hacaaluu Hundeessaa Oromoonni maal dubbatan?
1:31:35
1:31:35
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:31:35[email protected] Waggaa 1ffaa wareegamuu Artist Hacaaluu Hundeessaa ilaalchisee bara 2021( waggaa 4 dura) miidiyaan Dhaddacha Oromoo akkasiin qopheessee ture. Caqasaa Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading

1
Turti Ani bara 2015 Raadiyoo Finfinnee waliin taasise
1:45:39
1:45:39
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:45:39[email protected] Walk-in Dubbii Ani fi Darajjeen goone kana keessatti Imala joollummaa koo Salaalee gara Booranaa Booranaa gara Adaamaa Barnoota sadarkaa 1ffaa - sadarkaa 2ffaa Seenaa mana hidhaa fi Achumaan baqattummaa kaasnee dubbanne. Caqasaa Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
[email protected] Kitaabni mata duree Dhaloota Fincilaa jedhamu kan barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu Abaatatiin barreeffame Sadaasa 24-2018, biyya Sweden magaalaa Stockholmitti eebbifameera. https://www.facebook.com/photo.php?fbid=2331693786904447&set=pcb.2331694043571088&type=3&__tn__=HH-R&eid=ARCZ3mkYIc_WGA5zIF_Qr3-6m6PpUmMdqksIb_BF3knLtOGngdβ¦
…
continue reading

1
Guyyaa Afaan Dhalootaa ykn afaan jalqabaa Maalif yaadannaa?
8:25
8:25
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
8:25[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading

1
Jiβoomeetirii Oromummaa fi haala Oromoo yeroo ammaa irratti Dr. Moosisaa Aagaa Hayyuu Herreegaa waliin tutti goone.
1:14:50
1:14:50
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:14:50[email protected] Ji'oometirii Oromummaa CBB: 04-04-2025- Dr Mosisa Aagaa, hayyuu Herreegaa fi qabsaawaa Oromoo waliin CBB irratti marii goona. nuwaliin turaa https://www.youtube.com/live/tIQU4jGL08Y?si=S_rFGJVDRjXKSpiz "Jiβoomeetrii Oromummaa" ~~~~~ Waraqaa mata-dureen "Ji'oomeetrii Oromummaa" jettu kana nama hedduu tu na gaafata. Eeyyee, Waxabaβ¦
…
continue reading

1
Magaalan Ottaawaa, Ayyaana Irreechaa ayyaana waggaa magaalattii gochuun beekkamtii kennite. Dhimma kana irratti obbo Habtaamuu Niinni Abbinoo waliin turtii goone caqasaa
1:03:38
1:03:38
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:03:38[email protected] Egereen Oromoo oluma! Waan ofii jaalachuun dubbii irra darbee gaafa gochaan lafa qabate nama gammachiisa. Gowwaan keenya waggaa eeggateet aadaa fi duudhaa Oromoo, eenyumnaa fi dudduubbee isaa ganamaa abaaraa oola. Abaaruu qofa osoo hin taane akka baduuf baajata itti baasee dhabamsiisuug hojjata. Qaroo, beekaa fi inni of tahe, kaβ¦
…
continue reading

1
Egeree Oromiyaa Gaaffii fi deebii Dr. Shuggux Galataa Gorsaa H/D/ ABO waliin goone.
1:40:46
1:40:46
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:40:46[email protected] De. Shuggux Galataa miseensa Gumii Sabaa ABO fi Miseensa Shanee Gumii ABO kan taβaniifi baroota dheeraf gaafatamaa damee Dippiloomaasii ABO turan. Isaan waliin hardha waayee Kora waliinii ABO fi KFO akkasumas siyaasaa Tibbanaa, kan Oromoo fi hiriira siyaasaa gaanfa Afrikaa irratti dubbanne. Support the showβ¦
…
continue reading

1
Kutaa 6ffaa: Dr. Dagafaa Abdiisaa waliin itti fufiinsa seenaa dhalootaa, bu'aa ba'ii jireenyaa matayyaa fi gumaata Qabsoo Bilisummaa Oromoo akkasumas muuxannoo jireenyaa keessan darban
1:13:52
1:13:52
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:13:52[email protected] CBB:Gurraandhala 24/2025: keessummaa addaa bara 2025 fi itti fufiinsa seenaa dhalootaa , ba'ii jireenyaa matayyaa fi gumaata Qabsoo Bilisummaa Oromoo akkasumas muuxannoo jireenyaa keessan darban Dr. Dagafaa Abdiisaa irraa qooddanna! Kutaa 6ffaa daawwadhaa Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading

1
Dhalattoonni Karrayyuu maal jedhan? Ituu fi Karrayyuu rakkoo hamtuu keessa jira.
1:32:38
1:32:38
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:32:38[email protected] ''Karrayyuun Birmannaa obbolaa isaa Oromootaa Barbaada. Uummanni keenya kan Karrayyuu yeroo ammaa rakkoo garaagaraa keessatti dararamaa jira. Rakkoo nageenyaa, rakkoo Daangaa , rakkoo hongeefi kirkirri lafaa itti walfuree gammoojii san keessatti hadhaa addaa dhamdhamaa jira. Bara duri haga tokko dhaabbata #seft_net jedhamu irraaβ¦
…
continue reading
[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading

1
ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.β Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa?
1:34:58
1:34:58
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:34:58[email protected] βABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.β Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa? Abiy Ahmed Maalif akkas jedhe? Dhuguma ABOn Oromoof waa hin goonee? Kanaa fi kan kana fakkaatan irratti keessummoota Egeree Oromiyaatu dubbata. Caqasaa. ABOn Oromoof homaa hin hojjannee? Amma dhaloota ( siditu iddoo kana jirra) Dhaloota β¦
…
continue reading

1
Oromo Intellectual Society (OIS) conference, Part #1
2:51:10
2:51:10
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
2:51:10[email protected] Gurmuun Hayyoota Oromoo (GHO/OIS), Mata-duree βBurjaajii fi Daddaaqamuu Hawwaasa Oromoo: Sirna Badii Impaayeraa if Gahee Qaroo (Elite) Oromooβ jedhu jalatti Seminaara marii qopheessee jira. Sirni koloneeffataa, uummata gabroomfatee hacuuccaa isaa jalatti tiksuuf, tooftaa fi tarsiimoo dhaabbatoo garagaraatti dhimma baha: 1) Shoroβ¦
…
continue reading
[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
[email protected] My Poor Mother My poor mother, the one and only I love, These days you are constantly in my thoughts, I canβt sleep or find rest, Preoccupied with worry about the impending fate, Thinking of what the pandemic might unleash upon you, Asking myself so many questions, wondering how you will fare, Filling in the blanks with observatβ¦
…
continue reading

1
Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa Oromoo
1:07:26
1:07:26
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:07:26[email protected] CBB: Fullbaana 21/2024-Mata duree Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo jedhu irratti waliin dubbii Dr.Caalaa Olaanaa waliin goone hordofaa Hiriira Siyaasa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo Yaada asii gadii haala jiru hunduu quba ni qaba garuu eessa jirra jennee of gaafachuun hin baduu. Somaaleen, kana dura Eritriyaa duukaa lola Abiyβ¦
…
continue reading

1
Itti baha Kora Miseensota ABO godina Awurooppaa ilaalchisee marii SBO waliin barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu tassade.
50:24
50:24
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
50:24[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading

1
Tiktookeroonni Haala jedhuu irratti maal jedhan?
26:18
26:18
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
26:18[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading

1
Yaakka sanyii duguuggaa Oromoo Tuullaamaa, GG Oromiyaa keessati addeema j
1:20:17
1:20:17
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:20:17[email protected] Yaakka sanyii duguuggaa Oromoo Tuullaamaa, GG Oromiyaa keessati addeema jairy ilaalchisee marii J/Ayyaanaa fi barreessa Caalaa Hayiluu gaggeessan caqasaa https://www.youtube.com/live/tW9LjoyIPBw?si=XXMPk7M9MVFUC91L Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading

1
Dabaa fi Dhiibbaa dhaabbataa Hordftoota Amantii Waaqeffannaa irraan gahaa jiru
1:11:14
1:11:14
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:11:14[email protected] Dabaa fi Dhiibbaa dhaabbataa Hordftoota Amantii Waaqeffannaa irraan gahaa jiru ilaalchisee Keessummoota lama biyya Kaanadaa irraa abbaa Hayyuu fi abbaa Odaa waliin marii goone caqasaa Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading

1
#Ep #4, Conversation with Dr Degefa Abdiisaa, former director ctor of Black Lion Hospital and freedom fighter as well human rights defendant
1:15:21
1:15:21
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:15:21[email protected] #Ep. #4: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom! Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
[email protected] Caamsaa 29/2024- MDHO- Qabsoo bilisummaa Oromoo fi barbaachisummaaa Miidiyaa, Marii maati Miidiyaa Dhaddacha Oromoo- MDhO waliin goone caqasaa Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading

1
Qabsoon Bilisummaa Oromoo dhuguma Xummuramee?
1:03:56
1:03:56
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:03:56[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading

1
#Ep. 3 Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
1:25:57
1:25:57
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:25:57[email protected] Egeree OROMIYAA Dr. Dagafaa waliin Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraβ¦
…
continue reading
[email protected] Waggaa 11 dura gaafan Walaloo tana sararu akka keesaa baanu abdiin qaba ture. Haa tahu malee anii fi qaamni koo kuni saranas asumaa wal qoccollaa, Fayyinee wal hin fayyisne, Akka waan jilaatti asumaa lafa dhiinna Ciree gatuuf naafummaan sodaadhee, baadhee deemuufis dalaga wal dhoorreβ¦. Hee Qaama kooβ¦. #Qaama Koo! Ani kanan jedhuβ¦
…
continue reading
[email protected] DAAWITII SEENAA LAK. 2 Ni yaadattuu bara sana,bara guyyaan dukkanaaβee, bara birmadummmaan nu cabuuf jala bultii ta'e, Bara koodeen koodee ganee, walirratti bobba'e, Gadaan laaffataa dhuufee, namuu gonfoo hawwee haadhoon haadhoo hiddee, akka summii jawwee. Fincaan 3n Tuullamaa,tokko diina kokkee qabaa, inni kaan taa'ee taajjabaaβ¦
…
continue reading
[email protected] Bara 2001, sababa hongee,beelaa nam-tolchee fi gogiinsa godinoota #Harargee lamaan ( Bahaa fi lixa) keessatti uumameen mootummaan naannoo Oromiyaa ββ¦iddoo mijataa sin qubsiifnaβ¦βjechuun gara godinoota Wallaggaa fi Ilu Abbaa Booraa kan qubsiifamanii turan. Uummanni keenya suni keessatti kanneen aanaa #BunnooBaddallee qubsiifaman β¦
…
continue reading

1
#Ep. #2: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
1:25:57
1:25:57
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:25:57[email protected] Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa β¦
…
continue reading
[email protected] #Jaarmiyaa Tokko Maaltu #Jabaa Taasisa? -1 - Dhaabni ykn jaarmiyaan tokko haalli inni ittiin jabaatuufi guddataa deemu karaaleefi roga hundaan waan jaarmiyaan tokko guuttachuudha qabu yoo guuttateedha. Waan hunda caalaa dhaaba tokko kan jabinasaa ibsuufi daran bu'a qabeessa isa taasisu : 1). Akeekaafi kaayyoo inni ittiin dhaabbaβ¦
…
continue reading
[email protected] Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading

1
CONFERENCE: DHUMAATII SAGALEE IYYANNAA DHABE
51:22
51:22
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
51:22[email protected] https://www.youtube.com/live/DG42yGOMYg4?si=Tc9v3280Aocpq2O1 Barbaachisummaa miidiyaa fi hanqinoota yeroo ammaa gama miidiyaan qabnu irratti Dr.Dagafaa, Bilisummaa fi Caalaan marii kallattii gaggeessan Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading

1
#Ep. #1: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
1:22:45
1:22:45
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:22:45[email protected] Egeree OROMIYAA turtii Dr. Dagafaa waliin goonee caqasaa. Karaa Youtube armaan gadiis daawwachuu dandeessu. https://www.youtube.com/live/jfg3quojm6g?si=lhc1Sk-34CLbb4EC https://www.youtube.com/live/y0RzLLiW2No?si=NYWigbDLlGOPV5SA Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaaβ¦
…
continue reading

1
ππΈβπ»πΈβππππΈ π½π ππΈπΎπΈπΈππΈπΈπππΈβ πβπππππΈπΈ - πβππππΈβ πππβπ πΈβπ» βππππΌπ ππ¦π₯ππ π»π¦π£ππ TΜΜΓ€ΜΓ€ΜmΜΜmΜΜΓ€ΜnΜΜΓ€ΜΓ€Μ BΜΜαΈ―αΊΜαΈ―mΜΜΓ€ΜΓ€Μ irraa
39:59
39:59
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
39:59[email protected] ππΈβπ»πΈβππππΈ π½π ππΈπΎπΈπΈππΈπΈπππΈβ πβπππππΈπΈ - πβππππΈβ πππβπ πΈβπ» βππππΌπ ππ¦π₯ππ π»π¦π£ππ TΜΜΓ€ΜΓ€ΜmΜΜmΜΜΓ€ΜnΜΜΓ€ΜΓ€Μ BΜΜαΈ―αΊΜαΈ―mΜΜΓ€ΜΓ€Μ irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo harra irraa kaaseen mataduree kanaa olitti kaayame jalatti waa isiniif dhiyeessaa, mee na hoofkalchaa! Kanas hamma naaf dandayametti guutuu taasβ¦
…
continue reading

1
Tokkummaa akka sabaatti qabnuun gantoota maalin of keessaa buqqisna?
1:44:42
1:44:42
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:44:42[email protected] Marii kana keessatti Dr Dagafaa Abdiisaa MSG fi GS ABO duraanii akkasumas daarikteera fayyaa Hospitaala Leenca Gurraacha kan turan, J/ Ayyaanaa Goobanaa, ogeessaa diinagdee fi qondaala ABO fi Caalaa Hayiluu waloo fi barreessaa tahuun dhimmoota armaan gadii irratti dubbataan. 1. Sochii QBO keessatti shoora Qeerroo fi gurmaayinsa β¦
…
continue reading

1
Yaada Kitaaba J/ Abbaa Caalaa Lataa irratti
19:39
19:39
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
19:39[email protected] Kitaaba kana baatii darben ( Fulbaana,2022) dubbisee fixe. Kitaabicha dubbisuu Jalqabnaan dhaabuun hin jiru waan taheef guyyaa lama keessattin xummure. Hunduu bitadhaa dibbbisaan jedha. Qabiyyeen Kitaaba Jaal Abbaa Caalaa kuni seen-gulummoo matayyaa isaanii :- a. Ijoollummaa- hanga barnoota jalqabanii b. Haalaa baruu fi barsiisuβ¦
…
continue reading

1
State terrorism (shororkeessummaa mootummaa): Dr. Dagafaan yaalii ajjeechaa irraa fayyanii dhugaa Oromoo dubbachaa jiru.
1:37:52
1:37:52
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:37:52[email protected] Qaroo fi gameessi QBO, kan saba Isaaniif jechaa wareegama hedduu kaffalan kan dhugaa saba Oromoof qofa jiraatan Jaal Dr. Dagafaa Abdiisaa Tuuchoo yaalii ajjeechaa murni Bilxiginnaa irratti aggaamte irraa fayyanii ammas sagalee saba isaanif tahaa jiru. Dr. Dagafaan waayee shororkeessummaa fi shororkessummaa mootummaan raawwatu (Sβ¦
…
continue reading