About Egeree Oromiyaa – EOs Podcast Exploring Identity, Culture, and the Voices of a Displaced Generation Egeree Oromiyaa – EOs Podcast, founded in 2020, is a storytelling platform where we explore culture, identity, politics, literature, and the shared experiences of the past and present. We focus especially on the lives of first-generation refugees, particularly Oromo youth in Sweden and other Western countries. Through personal stories and thoughtful dialogue, we aim to give voice to the ...
…
continue reading
CHALA ABATEs Podcasts
1
Yaadannoo FDG ilaalchisee Sagantaa addaa
2:00:53
2:00:53
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
2:00:53Yaadannoo Waggaa 20ffaa FDG kana karaa Zoom miseensota ABO biyya keessaa fi addunyaa guutuuu irra jiran gamtaan kan ayyaaneffatan yommuu ta’u, sagantaaleen skal barnootaa fi ibsi baayyeen kennamee ture. Sagaleen armaan gaditti caqasuuf deemtan kanneen guyyaa kana barnootaa fi Ibsa garagaraa laatanii dha. Sagaleen caqasuuf deemtan kunis: J/ Gaashuu …
…
continue reading
Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
Dhugaa Oromoo fi Fakkeessii Bilxiginnaa PP
1:59:13
1:59:13
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:59:13Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
The Dhuggeeffannoo Oromoo book highlights the philosophy and worldview deeply rooted in the Oromo nation, along with cultural expressions such as Irreecha and the spring festivities. Mr. Ayyaanaa discusses ...
43:51
43:51
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
43:51Kitaaba Dhugeeffannoo Oromoo: AYYAANOTA Tibba Birraa ayyeeneffataman Fulbaana 2025 Caalaa Hayiluun barreeffamee maxxanfame irratti barreessaa Caalaa Hayiluu fi Obbo Ayyaana Goobanaa godhan caqasaa This book is a cultural-historical work that explores Oromo culture, with a particular focus on Irreecha and other traditional festivals celebrated durin…
…
continue reading
1
Irreechaa celebrations in Sweden in 2025 with Oromo music and vibes.
10:42
10:42
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
10:42Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
Marii Hayyoota Oromoo prof. Asafaa Jaalataa fi Prof. Moosisaa Aagaa waliin Dr. Baaroo Qannoo taasise
1:35:55
1:35:55
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:35:55Marii kana keessatti wal dhibdee Oromoo fi Xoophiyaa, Amalootaa sirba Habashaa fi Oromoo akkasumas haala amma keessa jirruun egeree Oromoo akkamiin Akka sirreessuu n danda’amu irratti hayyoonni kuni marii godhan. Hordofaa Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
Walaloo Caalaa Hayiluu : Gaafasii fi Gaafana
3:23
3:23
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
3:23Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
Qabsoo Bilisummaa Oromootti Maaltu gufuu ta’aa Ture/ ammas itti jira? Marii Dr. Dassuu Nagarii Guyyoo waliin goone caqasaa
44:59
44:59
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
44:59Seensaf: kitaaba Sacred Knowledge Traditions of the Oromo of the Horn of Africa: Dr. Gammachuu Magarsaa kufaatii Mootii H/ Sillaasee booda Sayyootti akka hojjataa di daarikteera dhimma lafaa ( LAND TO TILLER) raawwachiisstti ramadamee yeroo deeme waliin dubbii akaaka isaanii Ruda Kuraa, Akaakayyuu Gammachuu Magarsaa waliin taasisan ilalla. Dr. GM :…
…
continue reading
1
Hayyoota fi Rogeeyyii Oromoo vs Kaayyoo QBO
2:14:14
2:14:14
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
2:14:14CBB:Adoolessa 17/2025: Hayyoota fi Rogeeyyii Oromoo vs Kaayyoo QBO jedhu irratti maatii CBB kan ta'an Dr.Dagafaa Abdiisaa,J/Ayyaanaa Goobanaa fi Dr.Baaroo Qannoo waliin marii goone caqasaa. Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
Waayee Hacaaluu Hundeessaa Oromoonni maal dubbatan?
1:31:35
1:31:35
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:31:35Waggaa 1ffaa wareegamuu Artist Hacaaluu Hundeessaa ilaalchisee bara 2021( waggaa 4 dura) miidiyaan Dhaddacha Oromoo akkasiin qopheessee ture. Caqasaa Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
Turti Ani bara 2015 Raadiyoo Finfinnee waliin taasise
1:45:39
1:45:39
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:45:39Walk-in Dubbii Ani fi Darajjeen goone kana keessatti Imala joollummaa koo Salaalee gara Booranaa Booranaa gara Adaamaa Barnoota sadarkaa 1ffaa - sadarkaa 2ffaa Seenaa mana hidhaa fi Achumaan baqattummaa kaasnee dubbanne. Caqasaa Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
Kitaabni mata duree Dhaloota Fincilaa jedhamu kan barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu Abaatatiin barreeffame Sadaasa 24-2018, biyya Sweden magaalaa Stockholmitti eebbifameera. https://www.facebook.com/photo.php?fbid=2331693786904447&set=pcb.2331694043571088&type=3&__tn__=HH-R&eid=ARCZ3mkYIc_WGA5zIF_Qr3-6m6PpUmMdqksIb_BF3knLtOGngdE6sFkc7gGfRGpSJU_IT4…
…
continue reading
1
Guyyaa Afaan Dhalootaa ykn afaan jalqabaa Maalif yaadannaa?
8:25
8:25
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
8:25Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
Ji’oomeetirii Oromummaa fi haala Oromoo yeroo ammaa irratti Dr. Moosisaa Aagaa Hayyuu Herreegaa waliin tutti goone.
1:14:50
1:14:50
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:14:50Ji'oometirii Oromummaa CBB: 04-04-2025- Dr Mosisa Aagaa, hayyuu Herreegaa fi qabsaawaa Oromoo waliin CBB irratti marii goona. nuwaliin turaa https://www.youtube.com/live/tIQU4jGL08Y?si=S_rFGJVDRjXKSpiz "Ji’oomeetrii Oromummaa" ~~~~~ Waraqaa mata-dureen "Ji'oomeetrii Oromummaa" jettu kana nama hedduu tu na gaafata. Eeyyee, Waxabajjii, bara 1994 ture…
…
continue reading
1
Magaalan Ottaawaa, Ayyaana Irreechaa ayyaana waggaa magaalattii gochuun beekkamtii kennite. Dhimma kana irratti obbo Habtaamuu Niinni Abbinoo waliin turtii goone caqasaa
1:03:38
1:03:38
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:03:38Egereen Oromoo oluma! Waan ofii jaalachuun dubbii irra darbee gaafa gochaan lafa qabate nama gammachiisa. Gowwaan keenya waggaa eeggateet aadaa fi duudhaa Oromoo, eenyumnaa fi dudduubbee isaa ganamaa abaaraa oola. Abaaruu qofa osoo hin taane akka baduuf baajata itti baasee dhabamsiisuug hojjata. Qaroo, beekaa fi inni of tahe, kan eenyummaa, duudhaa…
…
continue reading
1
Egeree Oromiyaa Gaaffii fi deebii Dr. Shuggux Galataa Gorsaa H/D/ ABO waliin goone.
1:40:46
1:40:46
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:40:46De. Shuggux Galataa miseensa Gumii Sabaa ABO fi Miseensa Shanee Gumii ABO kan ta’aniifi baroota dheeraf gaafatamaa damee Dippiloomaasii ABO turan. Isaan waliin hardha waayee Kora waliinii ABO fi KFO akkasumas siyaasaa Tibbanaa, kan Oromoo fi hiriira siyaasaa gaanfa Afrikaa irratti dubbanne. Send us a text Support the show…
…
continue reading
1
Kutaa 6ffaa: Dr. Dagafaa Abdiisaa waliin itti fufiinsa seenaa dhalootaa, bu'aa ba'ii jireenyaa matayyaa fi gumaata Qabsoo Bilisummaa Oromoo akkasumas muuxannoo jireenyaa keessan darban
1:13:52
1:13:52
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:13:52CBB:Gurraandhala 24/2025: keessummaa addaa bara 2025 fi itti fufiinsa seenaa dhalootaa , ba'ii jireenyaa matayyaa fi gumaata Qabsoo Bilisummaa Oromoo akkasumas muuxannoo jireenyaa keessan darban Dr. Dagafaa Abdiisaa irraa qooddanna! Kutaa 6ffaa daawwadhaa Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
Dhalattoonni Karrayyuu maal jedhan? Ituu fi Karrayyuu rakkoo hamtuu keessa jira.
1:32:38
1:32:38
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:32:38''Karrayyuun Birmannaa obbolaa isaa Oromootaa Barbaada. Uummanni keenya kan Karrayyuu yeroo ammaa rakkoo garaagaraa keessatti dararamaa jira. Rakkoo nageenyaa, rakkoo Daangaa , rakkoo hongeefi kirkirri lafaa itti walfuree gammoojii san keessatti hadhaa addaa dhamdhamaa jira. Bara duri haga tokko dhaabbata #seft_net jedhamu irraa gargaarsa namoomaa …
…
continue reading
Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa?
1:34:58
1:34:58
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:34:58“ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa? Abiy Ahmed Maalif akkas jedhe? Dhuguma ABOn Oromoof waa hin goonee? Kanaa fi kan kana fakkaatan irratti keessummoota Egeree Oromiyaatu dubbata. Caqasaa. ABOn Oromoof homaa hin hojjannee? Amma dhaloota ( siditu iddoo kana jirra) Dhaloota gaafa ABOn bu’uramu …
…
continue reading
1
Oromo Intellectual Society (OIS) conference, Part #1
2:51:10
2:51:10
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
2:51:10Gurmuun Hayyoota Oromoo (GHO/OIS), Mata-duree “Burjaajii fi Daddaaqamuu Hawwaasa Oromoo: Sirna Badii Impaayeraa if Gahee Qaroo (Elite) Oromoo” jedhu jalatti Seminaara marii qopheessee jira. Sirni koloneeffataa, uummata gabroomfatee hacuuccaa isaa jalatti tiksuuf, tooftaa fi tarsiimoo dhaabbatoo garagaraatti dhimma baha: 1) Shororkessuu, saamuu fi h…
…
continue reading
Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
My Poor Mother My poor mother, the one and only I love, These days you are constantly in my thoughts, I can’t sleep or find rest, Preoccupied with worry about the impending fate, Thinking of what the pandemic might unleash upon you, Asking myself so many questions, wondering how you will fare, Filling in the blanks with observations and facts. I fe…
…
continue reading
1
Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa Oromoo
1:07:26
1:07:26
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:07:26CBB: Fullbaana 21/2024-Mata duree Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo jedhu irratti waliin dubbii Dr.Caalaa Olaanaa waliin goone hordofaa Hiriira Siyaasa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo Yaada asii gadii haala jiru hunduu quba ni qaba garuu eessa jirra jennee of gaafachuun hin baduu. Somaaleen, kana dura Eritriyaa duukaa lola Abiyyi ahmediif maabara …
…
continue reading
1
Itti baha Kora Miseensota ABO godina Awurooppaa ilaalchisee marii SBO waliin barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu tassade.
50:24
50:24
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
50:24Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
Tiktookeroonni Haala jedhuu irratti maal jedhan?
26:18
26:18
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
26:18Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
Yaakka sanyii duguuggaa Oromoo Tuullaamaa, GG Oromiyaa keessati addeema j
1:20:17
1:20:17
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:20:17Yaakka sanyii duguuggaa Oromoo Tuullaamaa, GG Oromiyaa keessati addeema jairy ilaalchisee marii J/Ayyaanaa fi barreessa Caalaa Hayiluu gaggeessan caqasaa https://www.youtube.com/live/tW9LjoyIPBw?si=XXMPk7M9MVFUC91L Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
Dabaa fi Dhiibbaa dhaabbataa Hordftoota Amantii Waaqeffannaa irraan gahaa jiru
1:11:14
1:11:14
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:11:14Dabaa fi Dhiibbaa dhaabbataa Hordftoota Amantii Waaqeffannaa irraan gahaa jiru ilaalchisee Keessummoota lama biyya Kaanadaa irraa abbaa Hayyuu fi abbaa Odaa waliin marii goone caqasaa Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
#Ep #4, Conversation with Dr Degefa Abdiisaa, former director ctor of Black Lion Hospital and freedom fighter as well human rights defendant
1:15:21
1:15:21
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:15:21#Ep. #4: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom! Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
Caamsaa 29/2024- MDHO- Qabsoo bilisummaa Oromoo fi barbaachisummaaa Miidiyaa, Marii maati Miidiyaa Dhaddacha Oromoo- MDhO waliin goone caqasaa Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
Qabsoon Bilisummaa Oromoo dhuguma Xummuramee?
1:03:56
1:03:56
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:03:56Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
#Ep. 3 Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
1:25:57
1:25:57
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:25:57Egeree OROMIYAA Dr. Dagafaa waliin Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbu…
…
continue reading
Waggaa 11 dura gaafan Walaloo tana sararu akka keesaa baanu abdiin qaba ture. Haa tahu malee anii fi qaamni koo kuni saranas asumaa wal qoccollaa, Fayyinee wal hin fayyisne, Akka waan jilaatti asumaa lafa dhiinna Ciree gatuuf naafummaan sodaadhee, baadhee deemuufis dalaga wal dhoorre…. Hee Qaama koo…. #Qaama Koo! Ani kanan jedhu, want’n si gaafadhu…
…
continue reading
DAAWITII SEENAA LAK. 2 Ni yaadattuu bara sana,bara guyyaan dukkanaa’ee, bara birmadummmaan nu cabuuf jala bultii ta'e, Bara koodeen koodee ganee, walirratti bobba'e, Gadaan laaffataa dhuufee, namuu gonfoo hawwee haadhoon haadhoo hiddee, akka summii jawwee. Fincaan 3n Tuullamaa,tokko diina kokkee qabaa, inni kaan taa'ee taajjabaa, Waliif dirmachuu d…
…
continue reading
Bara 2001, sababa hongee,beelaa nam-tolchee fi gogiinsa godinoota #Harargee lamaan ( Bahaa fi lixa) keessatti uumameen mootummaan naannoo Oromiyaa “…iddoo mijataa sin qubsiifna…”jechuun gara godinoota Wallaggaa fi Ilu Abbaa Booraa kan qubsiifamanii turan. Uummanni keenya suni keessatti kanneen aanaa #BunnooBaddallee qubsiifaman dhuguma haala mijata…
…
continue reading
1
#Ep. #2: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
1:25:57
1:25:57
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:25:57Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa waan baratu baratee …
…
continue reading
#Jaarmiyaa Tokko Maaltu #Jabaa Taasisa? -1 - Dhaabni ykn jaarmiyaan tokko haalli inni ittiin jabaatuufi guddataa deemu karaaleefi roga hundaan waan jaarmiyaan tokko guuttachuudha qabu yoo guuttateedha. Waan hunda caalaa dhaaba tokko kan jabinasaa ibsuufi daran bu'a qabeessa isa taasisu : 1). Akeekaafi kaayyoo inni ittiin dhaabbateefi muldhata inni …
…
continue reading
Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading
1
CONFERENCE: DHUMAATII SAGALEE IYYANNAA DHABE
51:22
51:22
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
51:22https://www.youtube.com/live/DG42yGOMYg4?si=Tc9v3280Aocpq2O1 Barbaachisummaa miidiyaa fi hanqinoota yeroo ammaa gama miidiyaan qabnu irratti Dr.Dagafaa, Bilisummaa fi Caalaan marii kallattii gaggeessan Send us a text Support the showBy CHALA ABATE
…
continue reading